Xaafii Diimaa fi Xaafii Adiin addunyaa irratti filatamaa yoo ta’u, qulqullina addaa isaaf beekamtii sadarkaa addunyaa argatee jira. Miidhanonni kunniin of eeggannoodhaan kallattiidhaan qonnaan bultoota Itoophiyaa irraa erga walitti qabamanii booda baabura midhaanii qulqullina sadarkaa olaanaa qabu kan Faransaayitti argamutti akka daakamuuf gara ardii Awurooppaatti akk geeffamu.
Tokkoon tokkoon tarkaanfii adeemsa qophii oomishaa keessatti sadarkaa qulqullina nyaata madaalawaa Awurooppaa fi sadarkaa qulqullina nyaataa Itoophiyaa hordofuu dhaan raawwatama.
Xaafii Diimaa fi Xaafii Adiin addunyaa irratti filatamaa yoo ta’u, qulqullina addaa isaaf beekamtii sadarkaa addunyaa argatee jira. Miidhanonni kunniin of eeggannoodhaan kallattiidhaan qonnaan bultoota Itoophiyaa irraa erga walitti qabamanii booda baabura midhaanii qulqullina sadarkaa olaanaa qabu kan Faransaayitti argamutti akka daakamuuf gara ardii Awurooppaatti akk geeffamu. Tokkoon tokkoon tarkaanfii adeemsa qophii oomishaa keessatti sadarkaa qulqullina nyaata madaalawaa Awurooppaa fi sadarkaa qulqullina nyaataa Itoophiyaa hordofuu dhaan raawwatama.
© 2025 Aroma Impex Sàrl. All rights reserved.