100% TEFF
100% FROM ETHIOPIA
100% FRESHLY MILLED IN EUROPE
100% NATURALLY GLUTEN FREE
100% WHOLE GRAIN FLOUR
100% TOP FOR INJERA
100% NO ADDITIVES
100% NATURAL
100% HEALTHY
100% HIGHLY NUTRITIOUS
Xaafii Diimaa fi Xaafii Adiin addunyaa irratti filatamaa yoo ta’u, qulqullina addaa isaaf beekamtii sadarkaa addunyaa argatee jira. Miidhanonni kunniin of eeggannoodhaan kallattiidhaan qonnaan bultoota Itoophiyaa irraa erga walitti qabamanii booda baabura midhaanii qulqullina sadarkaa olaanaa qabu kan Faransaayitti argamutti akka daakamuuf gara ardii Awurooppaatti akk geeffamu. Tokkoon tokkoon tarkaanfii adeemsa qophii oomishaa keessatti sadarkaa qulqullina nyaata madaalawaa Awurooppaa fi sadarkaa qulqullina nyaataa Itoophiyaa hordofuu dhaan raawwatama.
© 2025 Aroma Impex Sàrl. All rights reserved.