X
  • No products in the list

DAAKUU XAAFII ADII

Xaafiin maddi isaa Itoophiyaarra kan ta’e midhaan akaakilee fi abaabilee keenyaati, uumamaan soorataan kan badhaadhee fi giluteenii irraa bilisa kan ta’edha, Xaafiin Itoophiyaa keenyaa Qulqullina olaanaa kan qabuu fi daaktuu (baabura) keenya keessatti daakamuun daakuu bullaa’aa, lallaafaa, buddeena tolchuu fi qophii nyaataa fayya qabeessa, mi’aawaa biroo hedduu qopheessuuf mijataa ta’e dha.

100% TEFF
100% ETHIOPIA IRRAA
100% FIREESHII AWUROOPPAA KEESSATTI KAN DAAKAME
100% UUMAMAAN GLUTEENII IRRAA BILISA KAN TA’E
100% GUUTUUMAAN GUUTUTTI DAAKUU MIDHAANII KAN TA’E
100% BUDDEENAAF ADDA DUREEN FILATAMAA KAN TA’E
100% MAKAA KAN HIN QABNE
100% KAN UUMAMAA
100% FAYYAALESSA
100% SOORATA OL’AANAA KAN QABUDHA

Qabiyyeewwan: Midhaan xaafii Adii
Madda/ka’umsa Xaafii: Itoophiyaa
Adeemsa: Faransaayitti kan daaku fi kuufame
Turtii: Erga fudhattanii ji’a 9 keessatti fayyadamuun ni gaaridha
Kuusaa: tempireechera dareetti bakka qabbanaawaa fi goggogaa ta’etti kuusuu
Alarjii: Giluteenii xiqqoo qabaachuu danda’a (kiilogiraama tokkotti yoo baayyete miligiraama 30) .
Gorsa akkaataa fayyadamaa: dheedhii hin nyaatinaa
Ulfaatina: Akkaataa gaafatamen

Gatii Soorataa Giddugaleessaa kan 100g

Annisaa —————————- 1447.5 kj / 342.5 kcal
Cooma —————————— 2,85 g
Saturatesii keessaa ————–0,55 g
Kaarboohayidireetii —————66 g
Sukkaara keessaa ————— 2,1 g
Faayibarii ————————— 7,3 g
Pirootiinii —————————- 9,5 g
Soogidda ————————— 0,02 g